Waajjirri muummeen Finfinnee yommuu tahu godinaalee fi aanota naannoo Oromiyaa keessatti immoo wiirtuuwwanii fi dameewwan adda addaa qabna.
Finfinneetti warri nu argachuu barbaaddan waajjira waldichaa muummee Kiiloo 5 Gamoo Almii darbii lammaffaa irratti nu argachuu dandeessu.