Ergama Waldaa

Namni kamiyyuu sababa afaaniin akka hin badneef afaan dhagayuun wangeela barsiisuu.

Hojiiwwan Waldaa Keenyaa

Barumsa Wangeelaa

Iddoowwan filatamanitti kiristaanotni barumsa Wangeelaa akka barataniif yaa'iiwwan qopheessuu.

Leenjii Barsiisotaa

Barsiisota wangeelaaf godinoota hundarraa walitti fiduun leenjii kennuu fi muuxannoo isaanii akka wal jijjiiran gochuu.

Imala Afuuraa

Yeroo garaa garaatti miseensotaa fi kiristaanota kaan gara iddoowwan eebbifamoo fi kawaalotaatti imalchisuun eebba iddoo sanaa irraa akka argatan taasisuu.

Hiikkaa Kitaabaa

Kitaabota afuurawoo ta'a afaanota adda addaa irraa gara Afaan Oromootti hiikuun namootaaf akka ga'an taasisuu.

Sagantaawwan Fuulduraa

Yaa'ii Ji'aa

Jiini seenee Sanbata Guddaa isa jalqabaarratti sagantaan dhaabbataan jira.

Teessoo Waldaa Keenyaa

Copyright © 2021 – Waldaa Duuka Bu’ootaa